

Anis barataadha!!
Guruppin kun kan barattoota oromooti.kaayyoon guruppi kanaas gorsa waa'ee barumsaa wolaloo bareedaa akkasumas, dhaamsa gara garaa karaa ittiin wolbiraan geenyudha.Chaanalii keenya argachuuf 👇👇@Gaaddisa_Dhugaa join gochuun nu hordofuu nii dandeessu
Комментарий